Gabatee
Ajajawwan, gabatee galmee barruu keessatti saagi, gulaali, fi haqi mul'isa.
Gabatee haaraa tokko saaga.
Saagi
Tarjaawwan
Tarjaawwan Saaga.
Tarreewwan
Tarreewwan Saaga.
Haqi
Gabatee
Deletes the current table.
Tarjaawwan
Tarjaawwan filataman haqa.
Tarreewwan
Tarreewwan filataman haqa.
Fili
Gabatee
Gabaticha ammaa fila.
Tarjaa
Tarjaa ammaa fila.
Tarree
Tarricha ammaa fila.
Man'ee
Selects the current cell.
Qabeentaa mandhee gabatee filamee gara mandhee tokkootti walitti maka.
Splits the cell or group of cells horizontally or vertically into the number of cells that you enter.
Combines two consecutive tables into a single table. The tables must be directly next to each other and not separated by an empty paragraph.
Bakka qubaannoo qareetti gabatee ammaa, bakka lamatti addabaassa. Maadhee gabatee tokko irra mirga-cuqaastee, ajaja kana keessa seenuu nidandeessa.
Automatically applies formats to the current table, including fonts, shading, and borders.
OfTaasisaa
Bal'na tarjaa
Qaaqa Bal'ina Tarjaa, bakka bal'ina tarjaa tokkoo jijjiiruu itti dandeessu bana.
Ofumaan bal'inawwan tarjaa qabeentoota maadheetti walsimsu mijeessa. Gabatee keessatti bal'ina tarjaa tokko jijjiiruun, bal'ina tarjaawwan kabiroo irratti dhiibee hinuumu. Bal'inii gabatee, bal'ina fuulaa chaaluu hindanda'u.
Yabbina tarjaa filamee tarjaa isa baay'ee yabbuu ta'e waliin filannoo keessatti sirreessa. Yabbina waliigalaa gabatee yabbina fuulaa caaluu hin qabu.
Hojjaa torraa
Qaaqa Bojjaa Tarree, bakka hojjaa tarree tokkoo jijjiiruu itti dandeessu bana.
Hojjaa torraa qabeentoota man'eewwanitti firoomsuudhaaf, ofumaan qindeessa. Kuniisi ijaarsa durtii kan gabateewwan haaraatti.
Dheerina tarree filamee tarree isa dheeraa waliin wal simsiisuuf filannoo keessatti sirreessa.
Break Across Pages
Allows a page break within the current row.
Repeat Heading Rows
Repeats the table headers on subsequent pages if the table spans one or more pages.
Jijjiiri
Barruu Gabateetti
Qaaqa bakka ati barruucha filatame gara gabateetti jijjiiruu itti dandeessu bana.
Gabatee Barruutti
Qaaqa bakka ati gabaticha filatame ammaa gara barruutti jijjiiruu itti dandeessu bana.
Keewwatoota filataman foo'a, yk tarreewwan gabatee, haala aabaatiin yk lakkoofsaan tarreessa. Hamma qabduuwwan sadi'itti qabduuwwan foo'a, akkasuumas qabduuwwan foo'a haala aabaatiif lakkoofsa maku, qindeessuu nidandeessa.
Foormulaa
Foormulaa galchuu fi gulaaluudhaaf, Kabala Foormulaa bana.
Dhangii Lakkoofsaa
Opens a dialog where you can specify the format of numbers in the table.
Amalawwan gabatee filatamee ifteessa, fakkeenyaaf, maqaa, hiriira, addaan fageenya, bal'na tarjaa, handaaraa, akkasumas duubbee ifteessa.